Mudhii Yohaannisii 2:14 - KITAABA WAAQA14 Ammo waan diqo toko ch'alla si quufu d'abe nama haga toko ka barsiisa Baaluma gula yau qabda, inni Balaki, aka ijoolle Israeli gufachiisu barsiise, ammalle sagale waan harkaani boch'ani baasani nyaataniifi aka sharmut'oma deemani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |