Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhii Yohaannisii 2:11 - KITAABA WAAQA

11 Nami gurra qabu, waan Lubbuuni gumiini jettu ha d'agayu! Nami dabsatu duisa lameesotiini ingaargalu.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhii Yohaannisii 2:11
16 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Yesoni waan jed'e, Nami gurra qabu ha d'agayuuti.


Mid'aani gari fulla biyye dansa jigani, baanaani mid'aani d'ibbaa d'alani. Dubbi tana jennaani Yesoni waan jed'e, Nami gurra qabu ha d'agayuuti.


Nami gurra qabu waan Lubbuuni gumiini jettu ha d'agayu! Nama dabsatu anini sagale manna jed'ani ta d'ossani kennaafi. Ammalle ch'abbi adi ta maqa hareesa irati t'aafani, ka nama argatu male nami d'ibiini imbeenne kennaafi.


Nami gurra qabu, waan Lubbuuni gumiini jettu ha d'agayu! Nama dabsatu anini mid'aani mukha jireenna, ka oobru Waaqa keesati bahu, nyaachisa.


Duisafi fulla Ekheraani teetu galaana ibida keesa buusani. Galaani ibida kunini duisa lameesooti.


Ayyaanafi gammada worra kaisa qara kana keesa qooda qabuuti. Doti lameeso dandeete worra indabsattu, worri qaalole Waaqatiifi ta Kristo tahe, isa woliini haga ganna kunki tokoti lafa fida.


Nami dabsatu waan kana nara argata: Anati Waaqa isaa tahe, inni ilma kiyya taha.


Ammo nama daafanafi kiyyibafi hamafi nama nama ijeesufi algalaafi ka murma baafatufi ka waan harkaani boch'ani guddisuufi ka nama sobu, fullaani worraa galaana ibidaati, ka duisa lameeso.


Nama dabsatu anini utuba Mana Waaqa kiyya tolcha, inni haga jiru keesaa imbahu. Maqa Waaqa kiyyatiifi maqa dira Waaqa kiyyale, Yerusalemu hareeti, ta gubba fulla Waaqa kiyyati baatu, isa irati t'aafa. Anileeni maqa kiyya haraa irati t'aafad'a.


Nami gurra qabu, waan Lubbuuni gumiini jettu ha d'agayu!


Nama dabsatu woya akana adi uyisaniifi ammalle maqa isaa kitaaba jireenna keesaa imballeesu. Aabboofi malaika isaa durati aka worri nama kiyya diideese hima.


Nami gurra qabu, waan Lubbuuni gumiini jettu ha d'agayu!


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ