Mudhii Yohaannisii 2:10 - KITAABA WAAQA10 Gaargala d'ufu insodaatiini! Ch'aqasi, Sheet'ani isani gari mana hid'aansa keesa buuse isani ilaalata; haga bulti kud'ani d'ipatani gaargaltani. Haga dootuuti nama d'ugefatani tahi, duuba anini eebafi jireenna sii kenna. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |