5 Jennaani fulla barch'uma guddinnati qonqooni gadi baate waan jette, Waaqa keenna faarsa, hojattuuni isaa ch'ufti, nami ch'ufti diqaafi guddaleeni, nami isa sodaatu ch'ufti!
Inni nama isa sodaatu ch'ufa, diqaafi guddale ineebisa.
Koota, hojattuuni isaa ch'ufti ta halkani mana isa keesa hojattu, AABBO Waaqa faarsa.
AABBO Waaqa faarsa! Hojattu AABBO Waaqa
Wonti lubbu qabaa ch'ufti AABBO Waaqa faarsa! AABBO Waaqa faarsa!
isani, hojattuuni AABBO Waaqaa isaa faarsa! D'aloota Yakobo, isa guddisa! Worra Israeli, isa ulfeesa!
Bineensi kaani nama ch'ufa, diqaafi guddale, dureesafi hiyyeesale, tisseefi balchale, beesisa harka mirgichafi adda gubba keyachiise.
Jennaani malaikaani torbeeso qori ufi qilleensati jissite. Qonqooni guddooni barch'uma hayyuma ka Mana Waaqa keesa jiru keesaa baate waan jette, Ya tolchani!
Koota, fooni hayyootatiifi ka abbooti duulatiifi ka askartitiifi ka fardatiifi ka nama farda yaabatutiifi fooni nama ch'ufa, tisseefi balchale, diqaafi guddale nyaad'a jette.
Ammalle anini nama due, diqaafi guddale, ka barch'uma guddinna dura tatau arge. Kitaaba heddu banani ammalle toko d'ibile banani, kitaaba worra jiru. Worra qara due waan worri tolche gula qorani, akuma kitaaba keesati t'aafani.
Maro waan kanatifi halkani guyya barch'uma Waaqa dura ejaanjani Mana Waaqa keesati isaa hojatani. Nama barch'uma gubba tau suniti worra woliini tae worra qorqorata.