Mudhii Yohaannisii 18:22 - KITAABA WAAQA22 Sirba worra kiraari d'aatufi ka sirbu, ka fuludo d'aufi ka magalata d'au iti deebiani si keesati ind'agayani! Ogeeyi tokole deebiani si keesati inargani; qonqo d'akha daakhu si keesati deebiani ind'agayani! အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
qonqo gammadaatifi ta qilit'amatifi qonqo gammada ta guyya fuud'a, d'agayani. Qonqo nama waan galata baasani Mana kiyyaani d'ufe sirbule d'agayani. Worri waan jed'u, AABBO Waaqa gudda galata deebisa, inni dansa, jaalalti isaaleeni haga jiru jireenna teeti. Anini lafa tana eebise finna duri isiini qabdu kaani deebisaafi. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.