Mudhii Yohaannisii 17:7 - KITAABA WAAQA7 Malaikaani Waan naani jette, Maafi maadefatte? Anini waan d'ossa ka niititiifi waan bineensa isii baatu, ka mata torbaafi gaafa kud'ani qabu siti hima. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Bineensi atini argate suni duri injira, ammo amma injiru; diquma boola keesaa imbahiini, aka balleesani. Nami lafa keesa jiru, ka maqa worraa, ato lafti inuumamiini, kitaaba jireenna keesati int'aafiini, yo bineensa suni ilaalani imaadefatani. Wonti akanatiifi inni duri injira ammo amma injiru, hegeri imullata.