Mudhii Yohaannisii 17:1 - KITAABA WAAQA1 Jennaani malaika torbaani, qori torbaani harkaa qabdu keesa toko, gara kiyya d'ufte waan naani jette, Kooti aka sharmut'iti guddo gaargalchani sii garsiisa, isiini dira gudda kaani, ka afaani galaana hedduti jaarani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |