Mudhii Yohaannisii 14:3 - KITAABA WAAQA3 Worri suni barch'uma guddinnatiifi waan lubbu qaba afraanifi jaaroleti fuula deefate sirba haraa sirbe, ka nami tokoleeni dandae imbeenne worra male. Nami lafa keesa jiru ka baasani worruma ch'alla. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |