Mudhii Yohaannisii 13:7 - KITAABA WAAQA7 Aka inni jara Waaqa had'e dabsatu ee jed'ani, ammalle jabeenna inni gosafi afaanifi lafa ch'ufaani dabsatu kennaniifi. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
anini gosa mirga teetu ch'ufafi hojatu tiyya Nebukadreza hayyu Babiloni yaame, lafa tanaafi nama isi keesa taufi lafa d'aatu jirtu ch'ufa haasisa. Anini gosa Yuda tanaafi gosa worra d'aatu teetule balleese lafa worrale haga jiru jireenna onse waan nami hojja qaabatu ch'ufa iraa rifatu tolcha. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.