Mudhii Yohaannisii 13:16 - KITAABA WAAQA16 Bineensi kaani nama ch'ufa, diqaafi guddale, dureesafi hiyyeesale, tisseefi balchale, beesisa harka mirgichafi adda gubba keyachiise. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Jennaani anini barch'uma guddinnatiifi worra ira tatau arge. Jabeenna worri woiini qoru kennaniifi. Ammalle anini lubbu nama, maro worri d'uga Yesoni mulliseefi dubbi Waaqa odeese ijeesani arge. Worri bineensa inguddimne yokhaani akheekha isale, yokhaani beesisa isaa harkafi adda ira inqabu. Worri aka hayyoota tahe, Kristo woliini ganna kunki toko lafa fide.