Mudhii Yohaannisii 13:14 - KITAABA WAAQA14 Nama lafa ch'ufa keesa tau waan mama ka inni fuula bineensa qara durati tolcheeni sosobe. Bineensi kaani nama lafa ch'ufatiini, Akheekha bineensa sheeftiini woraanani ammo induiini kaani fakaatu mid'aasa, guddisa jed'e. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |