Mudhii Yohaannisii 13:11 - KITAABA WAAQA11 Jennaani anini bineensa d'ibi ka lafa keesaa bahe arge. Inni gaafa lama ka aka gaafa Ilme Hoola jiru qaba, ammalle aka jawe dubbata. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Bineensi atini argate suni duri injira, ammo amma injiru; diquma boola keesaa imbahiini, aka balleesani. Nami lafa keesa jiru, ka maqa worraa, ato lafti inuumamiini, kitaaba jireenna keesati int'aafiini, yo bineensa suni ilaalani imaadefatani. Wonti akanatiifi inni duri injira ammo amma injiru, hegeri imullata.