Mudhii Yohaannisii 12:10 - KITAABA WAAQA10 Jennaani anini qonqo guddo ta akana jettu d'agaye: Amma baafami Waaqaa yayu d'ufe! Waaqi ya irre ufi aka hayyu garsiise! Kristoni isaa ya jabeenna ufi garsiise! Wonti akanatiifi nama oboleyaani teenna himatu, ka halkani guyya Waaqa dura eje worraa himatu, la gubbaa gadi gatani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |