Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhii Yohaannisii 11:9 - KITAABA WAAQA

9 Nami gosa ch'ufa, ka lafa ch'ufa, ka afaani ch'ufa, guyya sadifi nusa reefa worraa ilaale awaalu d'owa.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhii Yohaannisii 11:9
14 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

d'ufte sagale AABBO Waaqi inyaatini sini jed'e nyaateefi, amma si ijeesani, awaala worra keesani d'abda.


Yo nami lubbu bule ijoolle d'ibba toko d'ale ammo gammadafi awaala dansale d'abe, naa garaacha nama ira bahuti ira woyya.


Nyaapa keenna ya badiini qabate! Worri yayu wo saame nama balleese, ka nami tokoleeni worra saame imballeesini. Ammo hojaani worri wo saame nama balleesu indabarti, namileeni waan worraa saame worra balleesa.


Reefi sunini sagale allaatitifi bineensa ala taha, nami iraa d'owuleeni injiru.


qorsuma isani namaani qortani isanile qorani; ammalle kiila isani biimitaniini isanile biimani.


Jennaani waan naani jed'ani, Ammalle d'aamsa Waaqaa ka gosa heddutiifi lafa heddutiifi afaani heddutiifi hayyoota ch'ufa odeesu malte.


Eegi guyya sadifi nusa hafuuri jireenna gara Waaqati d'ufe worra seene olkakaani; nami worra arge ch'ufti guddo sodaate.


Aka inni jara Waaqa had'e dabsatu ee jed'ani, ammalle jabeenna inni gosafi afaanifi lafa ch'ufaani dabsatu kennaniifi.


Malaikaani ammalle waan naani jette, Bisaani atini garte, ka niitiini gubba teetu, gosafi gumifi lafafi afaani heddu.


Isiini akasi tolchinaani wonti lubbu qaba afraani kaanifi, jaaroleeni diddami afuri taani Ilme Hoola durati jidde. Worri ch'ufti kiraarifi qori hit'aana ta kad'acha gumi Waaqa harka qaba.


Sirba haraa sirbani, waan jed'ani: Aki atini woraqata fud'atte beesisa isi ch'absitu sii malte. Wonti akanatiifi si ijeesani, atini dua teetiini nama Waaqa bitte, gosa ch'ufaafi afaani ch'ufaafi lafa ch'ufa keesa.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ