Mudhii Yohaannisii 11:6 - KITAABA WAAQA6 Worri jabeenna bokaa d'owu qaba, aka haga worri d'aamsa Waaqa dubbatu bokai imbuune. Jabeenna maddo bisaani ch'ufa d'iiga tolchaniini qabani; ammalle jabeenna gaargala gosa ch'ufa hojja fed'ani ch'ufa lafaani d'ufani qabani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |