8 Jennaani qonqooni anini gubbaa d'agaye ammalle naani dubbate waan jette, Beeni d'aqi, woraqata banisa qabu, ka harka malaika galaanafi lafa gubba ejitu keesa jiru iraa fuud'i.
Hojja mirgaafi bita kara iraa gortani, qonqo isani duubaa dubbatu, ta karaani kana, gula deema, jettu d'ageetani.
Jennaani anini harka woraqata na dura qabu jiru arge.
Woraqata diqa banisa qabu toko harkaa qabdi. Miila isii mirgicha galaana gubba keyatte, bitaacha lafa goddu gubba keyatte,