Mika 7:17 - KITAABA WAAQA17 aka bofa awaara keesa looti; maneeni worraa jajabdu keesa, ka sodaatani hollatani, gad'ufani sodaani AABBO Waaqa keennati deebiani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Worri waan Yoshuani jed'e, Aabbo, woni nu akasi taanefi, waan nu d'ageenne AABBO Waaqi keesani d'uguma waan hojattu isaa Musani jed'e, Anini lafa tana ch'ufa isaanii kenna yo iti d'uftanile nama keesa jiru ch'ufa fit'a. Duuba woni nu akasi taanefi, guddo isani sodaanne, waan lubbu teennale d'amnu seene.