Mika 7:15 - KITAABA WAAQA15 Ee AABBO Waaqa, waan mama tolchi, nu agarsiisi, akuma duri gaafa lafa Misiri keesaa nu baafte tolchite nu agarsiifte. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
AABBO Waaqa waan Musani jed'e, Anini amma wold'aqisa worra Israeli woliini tolfad'a. Ammalle anini gumi tante durati waan mama ka ka durile ira jira lafa ch'ufa keesa yokhaani gosa ch'ufa durati tolcha. Ammalle gochiti d'ibiini ta d'aatu tante jirtuleeni waan nama bakhasa, ka anini AABBO Waaqi si tolchu kana inagarti.