Mika 6:5 - KITAABA WAAQA5 Gumi tiyya, waan hayyu Balakini, ka gosa Moabu, isaniti malateefi waan Balaamuuni, ilmi Beori, isaa deebise qaabad'a. Ammalle waan karaati isaniti tahe jiddu Shitimufi Gilgali qaabad'a. Yo waan kana ch'ufa qaabattani, waan anini baasiti teesani jed'e tolche hubattani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Hojja sagale jila suni nyaattani, qit'a bukho qabu inyaatina. Haga guyya torba qit'a bukho inqamne nyaad'a akuma gaafa lafa Misiri keesaa baqatani tolchitani. Qit'a kana, ka qit'a gaargala jed'ani, nyaad'a, aka isani haga jirtani guyya lafa Misiri, ta isani keesati gaargaltani, keesaa baatani qaabattani.