Mika 6:16 - KITAABA WAAQA16 Wonti woni kunini ch'ufti isani qabatufi, waan isani aada hamtu hayyu Omritiifi ilma isaa Ahabu jabeesitani gula yaatanifi. Tanaafi anini isani balleese, gochiti ch'ufti isani tufatti. Ammalle fulla ch'ufati isani goyeesani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
anini gosa mirga teetu ch'ufafi hojatu tiyya Nebukadreza hayyu Babiloni yaame, lafa tanaafi nama isi keesa taufi lafa d'aatu jirtu ch'ufa haasisa. Anini gosa Yuda tanaafi gosa worra d'aatu teetule balleese lafa worrale haga jiru jireenna onse waan nami hojja qaabatu ch'ufa iraa rifatu tolcha. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.