Mika 5:8 - KITAABA WAAQA8 Ammalle worri gosa taani keesati hafe nyeench'a sagale raasa keesa yokhaani fulla reeni ooltu keesa barbaadu fakaata: inni ree keesa seene iti ch'ee qabe nyaate fit'a — nami tokoleeni ka dandae iraa baasu injiru. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
AABBO Waaqi waan jed'u, Worra Sioni kaa, nyaapa keesani aka mid'aani d'aanani d'aana! Anini aka korma looni ka gaafa sibiila guraachatiifi qeench'a sibiila diima qabu isani tolcha. Isani gosa heddu d'aantani ch'ach'arasitani, ammalle hori worri kara dabatini argate iraa fuutani ana, abba lafa ch'ufaati baaftani.