Mika 5:5 - KITAABA WAAQA5 ammalle inni nagaya lafatini d'ufa. Hojja worri gosa Ashuru lafa teenna d'ufe had'e naabo teenna ch'ach'abse nuu dabsatu, nu jara nuu mataa jajanna had'iisaa worrati ergina. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
AABBO Waaqi waan jed'u, Anini gaari lolaa, ka fardi hirkisu, Israeli keesaa balleese, fardoole Yerusalemu iraa fuud'a; ammalle guube lolaa ch'ufa imballeesani. Hayyuuni keesani gosa ch'ufa nagaya tolche, baariini toko fuud'e baariini d'ibii d'aabe, Galaana Efratiiti fuud'e muumme lafale ch'ufati d'aabe lafa ch'ufa fida.