Mika 5:10 - KITAABA WAAQA10 AABBO Waaqi waan jed'u, Gaafasi anini fardoole teesani isani iraa fuud'e gaari keesani ka fardi hirkisu balleesa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
AABBO Waaqi waan jed'u, Anini gaari lolaa, ka fardi hirkisu, Israeli keesaa balleese, fardoole Yerusalemu iraa fuud'a; ammalle guube lolaa ch'ufa imballeesani. Hayyuuni keesani gosa ch'ufa nagaya tolche, baariini toko fuud'e baariini d'ibii d'aabe, Galaana Efratiiti fuud'e muumme lafale ch'ufati d'aabe lafa ch'ufa fida.