Mika 4:3 - KITAABA WAAQA3 Inni gosa woldiddu wolti araarse, nama jajaba lafa fagotiifi ka lafa d'io woltiini d'ufa. Worri goraade ufii maraasha tumate woraana haamtu tolfata. Gochiti deebite woraanaani wolinhaatu, deebiani waan lola baratani wolinhad'ani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
AABBO Waaqi waan jed'u, Anini gaari lolaa, ka fardi hirkisu, Israeli keesaa balleese, fardoole Yerusalemu iraa fuud'a; ammalle guube lolaa ch'ufa imballeesani. Hayyuuni keesani gosa ch'ufa nagaya tolche, baariini toko fuud'e baariini d'ibii d'aabe, Galaana Efratiiti fuud'e muumme lafale ch'ufati d'aabe lafa ch'ufa fida.