Mika 2:9 - KITAABA WAAQA9 Isani nad'eeni worra kiyya mana isiini jaalattu keesaa gussitani ilmaani isii saamtani eeba sila haga jiru jireenna anini kennuufi d'owartani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Ee hayyicha, dubbi tiyya d'agayi yo nami beeni, Daudi had'i sini jed'e AABBO Waaqa taate, anini sorio baaseefi herega isaa garagalcha: ammo yo nama taate, AABBO Waaqi nama suni balleesinna. Wonti akanatiifi worri sunini lafa AABBO Waaqa keesaa na baase, lafa d'ibi anini waaqa d'ibi kad'ad'uni na d'ufe.