Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mika 2:5 - KITAABA WAAQA

5 Duuba gaafa guyyaani lafa worra AABBO Waaqati deebisani gahe, isani nami tokoleeni qooda keesa inargatu.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mika 2:5
12 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Duuba eege AABBO Waaqi fuula ufi duraa worra balleese akuma inni duri raagoota isatini jed'e. Duuba akanaani worra Israeli boojiani lafa Ashuru geesani haga arrale worri achuma jira.


Waan jed'eeni, Anini lafa Kanaani sii kenne, isiini hand'ura ke taati.


Ammalle nama 642, ka balbala Delaya, Tobiafi Nekoda, ka dira Tel-Mela, Tel-Harsha, Kerubu, Adani, Imeri keesaa galeti jira; ammo worri aka Israeli keesaa d'alate ufi agarsiisu dad'abe.


Wonti atini naa kennite ch'ufti akami dadansa, finni atini na fiddu ch'ufti guddo mid'aaga.


Worri Israeli lafa AABBO Waaqa keesa intau, ammo lafa Misiriti deebie sagale nyaachu himmalliini lafa Ashuru keesati nyaatani.


Jennaani Musani waan worra Israelitini jed'e, Tunini lafa isani hit'aani argattani, ta AABBO Waaqi gosa sagalifi gosa Manase ta haga gariti kenne.


Ch'abanafi ilmaani inni d'alu, haga d'aloota kud'anneeso, ha gumi AABBO Waaqa keesaa kutaniiti.


D'aloota sadeesoti asi ha gumi AABBO Waaqati daraniti.


Gaafa ka waan ch'ufa ira jiru lafa gosaa qoode, gaafa inni ilmaani namaa gargari baase, inni gosa ch'ufa lafa kenneefi, gumi Waaqa gula.


Duuba Yoshuani AABBO Waaqa durati hit'a worraa buuse, gosa Israeli ta qara lafa inargatini lafa qoodeefi.


Nama sadi, gosa teesani ch'ufa keesaa naa kenna, anini duuba worra suni lafa ch'ufa keesa erge, aka lafa ch'ufa keesa deemani fulla fud'achu fed'ani qutuma d'aatani. Duuba eegi suni ha nati deebianiti.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ