Mika 1:10 - KITAABA WAAQA10 Nyaapa keenna ka Gathi jiru, aka nu dabsatani, iti inhimina; boha teesani worra argu d'owa. Worra Beth-Leafra, aka ufi jibbattani, biyye keesa gangalad'a, garsiisa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Nami fiit'a nama due suni, ka huji awaala isaa harkaa qabu, reefa isaa baate mana keesaa baheeni nama mana keesati hafe yaame waan jed'uuni, Nami eegeti si woliini hafe injira? Duuba nami hafe kaani waan jed'uuni, Hiyo, tokoleeni injiru. Jennaani namichi fiit'aa kaani waan jed'uuni, Afaani qabad'i, nu maqa AABBO Waaqa d'aule himmalle.