9 Eentu yo ilmi isaa qit'a kad'ate d'akha kennaafi?
Yokhaani yo inni qurt'umi kad'ate bofa kennaafi?
Nami wo kad'atu inargata, nami barbaadu inarga, ammalle nama balbala d'ad'au imbananiifi.