5 Kiyyiba! Qaraa fiit'e jirma ila tante keesaa fuud'i, duuba aka dansaa lafa agarta, aka ila oboleesa keti keesaa filida fuutu.
Yesoni ch'ubbu worra beennaani waan jed'e, Isani kiyyibdoole! Maanifu afaani na fuud'u feetani?
Atini maafi filida ila oboleesa keti keesa jiru argita ammo jirma ila tante keesa jiru inargine?
Yokhaani akami dandeete oboleesa keetiini, Filida ila keesaa si fuud'a jetta, ka ila tante keesa jirmi jiru?
Waan qulqullo saree inkennani; ammalle booyye dura dooqa imbuusina, aka isiini miilaani ira ejaanjatte isaniti garagalte isani inyaanne.
Isani kiyyibdoole! Waan lafatiifi ka gubba himu imbeetani; ammo akami waan ammatani himu dad'abdani re?
Jennaani Aabbooni waan jed'eeni, Isani kiyyibdoole, isani ch'ufti guyya Sabato loonifi harre teesani bobbaaftani oba ind'ooftani?
Inni waan worraani jed'e, Isani sila mammaasa kana naani jettani, Ch'ireesa, qara ufi fayyisi. Ammalle, waan atini dira Kapernaumuti tolchite ta nu d'ageenne, armaleti tolchi, lafa tante keesati.
Yokhaani akami dandeete oboleesa kanketiini, Aadda, eegi, huba ila tante keesaa fuud'a jetta, ka ufiiftu jirma ila tante keesa jiru inargine? D'articha, qara jirma ila tante keesaa fuud'i, yoosi aka dansa huba ila oboleesa kanketi keesa jiru argite keesaa fuuta.
Jinniini waan worraani jette, Anini Yeso imbeekha, Paulole imbeekha, ammo isani eennu kana?