Matayo 6:5 - KITAABA WAAQA5 Yo Waaqa kad'attani, aka nama kiyyibu intahiina! Wonti akanatiifi worri Maneeni Waaqa iti kad'atani keesafi d'aatu kara ejaanjani kad'achu fed'ani, aka nami worra argu. D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Worri suni gati ufi ya argate. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |