Matayo 4:17 - KITAABA WAAQA17 Haga guyya suniti Yesoni odu dansa odeese waan jed'e, Daba iraa deebia, Finni gubba ya d'iaate. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Tanaafi barsiisa qara ta Kristo lafa d'aamne, dura deemne ta hagasi ira jajabdu barachuu malle. Nu waan yayaba d'ugefacha teenna deebine keyannufi inqamnu; ta aka huji woma imbaane iraa deebiitifa Waaqa d'ugefacha fa barsiisa waan batisotiifi ta harka ira kayanifi kaisa nama duetiifi qorsuma hegeri d'uftu.