Matayo 4:1 - KITAABA WAAQA1 Jennaani Lubbuuni Yeso lafa aloo geesite, aka Sheet'ani ilaalatu. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Inni waan aka harkaa jira d'eerefate rifeensa mata na qabe. Jennaani daayya tana keesa lubbuuni AABBO Waaqa oli na fuute, Yerusalemu na geesite, naabo Mana Waaqa garaa keesa fulla fullooni mirga fuula deefatutini na d'ufte. Fulla fullo suni waan harkaani boch'ani kad'atani, ka AABBO Waaqi aka male jibbuti jira.