Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Matayo 3:3 - KITAABA WAAQA

3 Raagi Isayani waan Yohana dubbate waan jed'e, Qonqooni nama lafa aloo keesa iyu: Kara Aabbo kurfeesaa, daandi isaa qajeelchaa jetti.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Matayo 3:3
8 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Qonqooni toko lalabde waan jettu, lafa aloo keesati daandi AABBO Waaqaa mid'aasa! Lafa gamooji keesa kara qajeela Waaqaa mid'aasa!


AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Anini ergattu tiyya erga, ta kara naa mid'aasitu. Duuba AABBO Waaqi ka isani barbaaddani tassa Mana isaa ka eebati d'ufa. Ergattuni isani guddo eeddani d'ufte, wold'aqisa kiyya odeesiti.


Qonqooni nama lafa alooti iyu waan jettu: Kara Aabbo kurfeesa, daandi isaa qajeelcha!


Lubbufi jabeenna aka Eliyatini fuula Aabbo dura deema. Ammalle abbootifi ilmaani wolti araarse, nama Waaqaa insaalfane qalbi worraa d'ugaati deebisa aka gumi Aabbo Aabboo kurfeesu.


Gurba, atileeni raaga Waaqa Gudda jed'ani si yaamani; Aabbo dura deemte kara mid'aasitaafi.


Inni waan jed'e, Anini qonqo nama lafa alooti iyu, ta kara Aabbo qajeelcha jettu. Aka raagi Isayani duri jed'e.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ