7 Eegi wolmariatani, lafa toko ta Ogeesa Okote Faara jed'ani bitani lafa keessuma iti awaalani tolchani.
Qaaloleeni gugurdooni hori kaani lafaa guurte waan jette, Horiini kunini hori d'iigaati, aki hori Mana Waaqatiini wolti darani fullaaniti jed'ani.
Maro waan kanatifi lafa suniini, Lafa D'iiga jed'ani yaamani, arrale.