Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Matayo 21:3 - KITAABA WAAQA

3 Yo nami tokoleeni woi jed'e, waan jettaniini, Motichati fed'a jed'a, inni hurrise erga.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Matayo 21:3
18 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Kai, dira Sarepta, ka d'aatu Sidoni, d'aqi, achi tai. Anini la niiti hiyyeeti tokoti hime aka isiini si fiddu.


Ganna Koreshini hayyu Ajemi tahe, AABBO Waaqi dubbi duri raaga Yeremiani jed'e guute. Inni herega kana Koreshitini d'ufe jennaani inni qonqo tana t'aafe, qonqo suni lafa inni Mohatu ch'ufati lalabani keesati soomani.


Jennaani jari balbala gosa Yudatifi ta Benjamini mata qaaloleefi worra Lawitifi nama ch'ufa ka Waaqi herega isaa qajeelcha woliini kaani, Mana Waaqa ka Yerusalemu jiru mid'aasani jaaru d'aqani.


Ezrani waan jed'e, AABBO, Waaqa ababoota teenna, ha faarsani inni yayu hayyicha waan dansa qaabachise, aka inni akanaani Mana Waaqa ka Yerusalemu mid'aasu.


Lafafi wonti isi keesa jira ch'ufti ta AABBO Waaqaati; biyyeefi wonti isi gubba jira ch'ufti tama isaati.


Olla nu dura suni d'aqa, harre bukhura isii woliini mukhati hid'ani gartani. Hiikha, natiini koota jed'e.


Atini humna nama ch'ufa ira ya isaa kennite, aka inni nama ch'ufa ka atini isaa kennite jireenna hegeri kennuufi.


Abbaani Ilma jaalate waan ch'ufa harka isati kenne.


Yokhaani harki nama isa inyaachisu, aka waan inni wo fed'u. Wonti akanatiifi inni jireennafi hafuura nama ch'ufaa kenna.


Nu guddo galata Waaqaa deebimna ka Tito aka nu isani qarqaarre isani qarqaarsiise!


Isani eeba Aabbo keenna Yeso Kristo imbeetani: inni dureesa, ammo maro teesaniifi ufi hiyyoomse, aka hiyyuma ufitiini isani duroomsu.


Galati dansaani ka namaa kennanifi ka namaa baasani ch'ufti gubba gadi d'ufa, fulla Waaqa, ka ifsa gubba uume. Inni injijiramu yokhaani garingalu.


Sauloleeni kae, worra isa ka Gibeati gale, ammalle isa woliini nami garaa jajaba, ka Waaqi herega suni kenneefi yae,


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ