9 Hayyuuni woldubbatani jennaani kaani kara qabatani, urjiini worri ilaboruti arge taani worra dura deemte, fulla gurbaani jiru gubbati ejatte.
Nami AABBO Waaqa sodaatu eenu? Waaqi nama akasi suni kara fohateefi agarsiisa.
Anini nama na jaalatu jaalad'e, nami na barbaaduleeni na arga.
Urji arginaani guddo gammadani qilit'amani!
Gara Bethlehemu worra erge waan jed'eeni, Beena, gurba aka dansaa barbaada, yo agartani qonqo nati erga, aka anileeni d'aqe isa guddisu.
Nu d'aamsa raagooti nuti himte aka dansa beenna. Yo waan kana aka dansa ch'aqaftani, waan dansa tolchitani; wonti akanatiifi inni aka ifse dukana keesa ifsitu jira, haga lafti bariite urjiini ganama gara keesaniti ifsituuti.