10 Urji arginaani guddo gammadani qilit'amani!
Waan nu nama isaa taaneefi gammada; nami isa yaamatu ch'ufti ha gammaduti.
Gochiti ch'ufti ha gammadde sirbitu, waan atini d'uga gula nama qorte, gosa lafa keesa jirtu ch'ufa qajeelchitufi.
Mana seenani gurbafi Mariamu haad'a isaa argani, isa durati jigani isa guddisani. Subba ufi banani worqifi hit'anafi qayya kennanifi.
Hayyuuni woldubbatani jennaani kaani kara qabatani, urjiini worri ilaboruti arge taani worra dura deemte, fulla gurbaani jiru gubbati ejatte.
Ammo malaikaani waan jetteeni, Insodaatiina! Anini odu dansa ta nama ch'ufa gammachiiftu isanii d'ufaani.
Tissituuni deebite, maro waan ch'ufa ka d'ageete argiteefi Waaqa guddifte faarsite. Wonti ch'ufti akuma malaikaani worrati himte taate.
Inni lafa dirre quubsise, mid'aani oobru nyaachise. Inni d'akha keesaa damma worra quubse qarsa keesaa d'ad'a kenneefi.