4 D'alooti hamani Waaqa didu kunini akheekha mama, barbaada akheekhi mama ka anini nama garsiisu injiru ka Yona male. Duuba akasi jed'e kae worra bira iti d'aabate.
Yahudiini isa didde arabsinaani, inni woya hargufate waan jed'e, D'iigi keesani mata keesani gubba ha jiraatu, anini qulqullo, arraa achi anini gara gosa d'ibi deema.