Barsiisaani d'ibiini ta qajeeltu intahiini, d'uga ira isani ingorsiini. Guddo dansa yo eebiti Waaqa garaa nu jabeesite, fulla seera sagale gula yaani ira; wonti akanatiifi worri seera kana gula yau qarqaarsa tokole ira inarganne.
Anini Yohanani, nama dubbi fagiisa ta kitaaba kana keesa jirtu d'agaye ch'ufa gorsa: yo nami waan d'ibi iti dare, Waaqi gaargala kitaaba kana keesati t'aafani nama suniti dara.
Daudini qara waan jed'e, Anini maanifi hori namicha kana lafa aloo tana keesati qorqorti isaati ufi gaargalcha? Wonti isaa tokoleeni ka ira hatani injirtu, galati inni namaa galchu kana?