5 Ammo isani waan jettani, Yo nami abbaafi haad'a ufitiini, waan sila nara argattani yayu Waaqaa kennani jed'e,
Herega male Waaqaa wo baasa injed'ini, hegeri hanqatte ufii gaabita.
Waaqi waan jed'e, Abbaafi haad'a tanteti saalfad'u; nama abbaafi haad'a ufi arabsu ha ijeesani.
inni waan abba ufi saalfatuufi inqabu jettani. Tanaafi maro aada teesanitiifi yayu seera Waaqa ch'absitani.
Ammo worri waan jed'eeni, Isaniyu ilaala, dubbi teesani mo ta Waaqa ch'aqamna?
Ammo Petrofi ergattuuni d'ibiini waan jetteeni, Nu nama ira Waaqa ch'aqasu malle.