5 Mid'aani gari d'akha gubbaa jigani, fulla biyyeeni guddooni injirre. Yoosu biqilani, ammo waan biyyeeni gadi fago intahiniifi,
Anini garaa haareesafi qalbi hareeti worraa kenna. Anini garaa worraa jajaba aka d'akha suni jijire, garaa laafa ka Waaqaa saalfatu kennafi.
Anini garaa haareesafi qalbi hareeti isanii kenna. Anini garaa keesani jajaba aka d'akha suni jijire, garaa laana ka Waaqaa saalfatu isanii kenna.
Fardi bule ira ingulufa? Galaana qotiyoni inqotani? Hiyo! Ammo isani ya d'uga garagalchitani had'aa tolchitani, ammalle qajeeluma balleesitani daba tolchitani.
garaa ufii aka d'akha jabeesite. Waan worri barsiisa anini duri raagootaani erge ch'aqasu dideefi, anini guddo worrati dallane.
Mid'aani lafa d'akha gubba jige sunini nama dubbi d'agaye hurrise gammadaani fud'atu fakaata.
Ato inni fach'aasu mid'aani gari d'aatu karaa jigani, simpirreeni d'ufte nyaatte.
aduuni baanaani qanch'ooratani, duuba waan hidda inqamneefi qanch'arani.
Ka gari lafa d'akha gubbaa jigani. Kunini nama dubbi d'ageennaani gammadaani fud'atu.
Mid'aani gari lafa d'akha gubbaa jigani, fulla biyyeeni guddo injirre; duuba hure bahani, ammo maro biyyeeni guddo gadi injirrefi,