3 Inni waan worraani jed'e, Isani waan Daudifi jari isa woliini jiru beelomnaani tahani insoomne?
Musafi waan kana d'ageennaani dubbi isaa quufe.
Farisayooni waan kana arginaani waan Yesoni jette, Ilaali, jari kanke waan guyya Sabato tolchu himmalini tolcha.
Inni Mana Waaqa olseene, qit'a Waaqaa baasani fud'ate, nyaate wahela isaleeni gahe — qit'a nami tokoleeni, qaalole male, nyaachu himmalini.
Yokhaani isani Seera Musa keesa aka qaaloleeni guyya Sabato Mana Waaqa keesa seera Sabato ch'absitu ammo wollaala inqamne insoomne?
Yesoni waan jed'eeni, Isani t'aafi keesati insoomne? Qaraa fiit'e Waaqi d'iirafi uwa uume
Worri waan Yesoni jed'e, Waan worri jed'u d'ageeta? Ind'agaya jed'e. T'aafi keesa taka insoomne? Isani ya ijoolleefi daima aka faaru d'uga baaftu barsiiftani.
Ammo, waan kaisa worra due, waan Waaqi isaniini jed'e insoomne? Inni waan jed'e,
T'aafi Waaqa keesati tana insoomne? D'akhachi ijaartuuni tuffatte dide yayu d'akha ch'ufa ira jaba tahe.
Ammo aka ka due kaasani isani kitaaba Musa keesa fulla waan gurbi bobeetu t'aafani taka insoomne? Aka Waaqi anini Waaqa Abrahamu, Waaqa Isaaqotiifi Waaqa Yakobo jed'e.
Yesoni waan jed'eeni, Seera keesati maal t'aafani? Maal soomta?
Yesoni waan jed'eeni, Waan Daudifi waheli isaa gaafa beelaani tahani isani insoomne?