23 Kapernaumu, waan gubba oldeemtu ufi seeta? Fulla ekhera si buusani. Yo sila waan mama ka si keesati tolchani Sodoma keesati tolchani, diri suni haga arra injira.
AABBO Waaqi dallansu isaa keesa Sioni dukaneese. Inni yayu mid'aguma isi ta gubba gadi buuse balleese ona tolche. Guyya dallansu isaa suni inni mana isale inqaabanne.
Inni waan worraani jed'e, Isani sila mammaasa kana naani jettani, Ch'ireesa, qara ufi fayyisi. Ammalle, waan atini dira Kapernaumuti tolchite ta nu d'ageenne, armaleti tolchi, lafa tante keesati.
Jennaani galaani nama keesati due ch'ufa gadi yaase. Duisafi fullaani ekheraani teetuleeni nama isi keesati due ch'ufa gayaafte. Nama ch'ufa waan inni tolche gula qorani.