9 Worqifi qarsi yokhaani beese d'ibi imfud'atiina;
Nama d'ukuba qabu fayyisa, ka duele kaasa, ka qomaat'a qabule fayyisa, jinnile nama keesa baasa. Gati male isanii kennani isanileeni gati male namaa kenna.
Jara kud'ani lama wolti yaame, lama lamaani erge, humna jinni hamtuuni dabsatani iti kenne
Jennaani Yeso waan worraani jed'e, Gaafa anini subbafi gorjofi kope male isani erge woma d'abdani? Waan jed'aniini, Hiyyo.