Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Matayo 1:18 - KITAABA WAAQA

18 D'alooti Yeso Kristo akana tahe. Gaafa Yusufuni haad'a isaa Mariamu kad'ate, ato worri d'iirsafi niiti intahiini, isi Lubbu Qulqullooni garaachoofte argani.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Matayo 1:18
13 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Anini siifi niiti tana nyaapa wolti tolche, d'alooti keesanileeni woli jibba. D'alooti isii mata si ch'arase, atileeni hirba worraa nyaatta.


Nami waan qulqullo, waan t'uri keesaa baasu, injira? Injiru.


Nami qara kami, ka d'uguma dandae qulqullo tahu? Nami uwii d'alu, ka dandae nama d'uga tahu, injiru?


Kunini kitaaba maqa worra Yeso Kristoni keesaa d'alate. Yeso Kristoni d'aloota Daudi, Daudini d'aloota Abrahamu.


Ato inni tae hasau, haad'afi oboleyaani isaa ala ejaanjani isaani dubbachu fed'ani.


Mana seenani gurbafi Mariamu haad'a isaa argani, isa durati jigani isa guddisani. Subba ufi banani worqifi hit'anafi qayya kennanifi.


Isiini waan jette, Waan kana Aabbooni ya naa tolche, aka na qarqaare fuula nama durati fafa naa didu.


Inni Mariamu intala inni kad'ate woliini deeme aka woliini t'aafani; isiini garaacha qabdi.


Yo nami intala qaraa nama d'ibi fuud'aa kennani dira keesati arge buufate,


Maro waan kanatifi Kristoni, ato diquma lafa ind'ufiini, waan Waaqaani jed'e, Atini soriofi waan sii baasani imfeetu, ammo atini ya nafa naa kurfeesite.


Yesoni duuba Qaallu Gudda, ka fed'i teenna ch'ufa nuu guutu! Inni qulqullo, wollaalafi daba tokole inqabu; isa ya worra ch'ubbutiini gargari basaani, gubbati olgeesani.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ