9 Nami isa dura jiruufi ka isa duuba yauleeni waan jed'ani, Waaqa faarsa, Nami maqa Aabbootiini d'ufu la eebifame!
Gumiini Yeso dura yaatufi ta duuba yaatu iyite waan jette, Ilmi Daudi ha guddifamu. Ka maqa Aabbootiini d'ufu ha eebifamu! Waaqa ha faarsani jed'ani!
Waan anini isaniti himu, Arraa achi iti deebitani na ingartani, haga isani, Waaqi nama maqa Aabbootiini d'ufu ha eebisu jettaniti.
Nami hedduuni woya ufi kara keesa afe, ka gari dame mukha ch'ire, kara keesa afani.
damele meet'i guuratte, fuula keesa isa d'ufte, ch'aarte, waan jette Waaqa faarsa, nama maqa abbootiini d'ufu Waaqi ha eebisu! Hayyu Israeli Waaqi ha eebisu.
Worri ch'aare waan jed'e, Armaa fuud'i, Armaa fuud'i, olfannisi! Pilatoni, Hayyu keesani olfannisa? jed'e worra gaafate. Qaaloleeni gugurdooni waan jetteeni, Nu hayyu d'ibi inqamnu, Kaisari male!