3 Yo nami, Maafi hiitani? jed'e, Aabbooti fed'a, ammalle inni indeebisa jed'aani.
Guyya atini nyaapa kanke haatu, nami kanke ufi gabaasa. Akuma fit'eesa ganamaa, kaima kanke gaareeni kanke qulqullo irati siti d'ufa.
Lafafi wonti isi keesa jira ch'ufti ta AABBO Waaqaati; biyyeefi wonti isi gubba jira ch'ufti tama isaati.
waan jed'eeni, Olla isani dura jiru olduuda, duuba yo olduuddani, bukhura harree, ka hid'aansa qabu, ka taka illenjisiini argitani, hiikha, kootaani.
Worri kae yae, bukhura harre, ka hid'aansa qabu argani, duuba hiikhani.
Namichi suni mana gudda, ka gubbaa, ka miha qabu, ka kurfeesani isani garsiisa, artiti nuu mid'aasa.
Jennaani Waaqa kad'atani waan jed'ani, Aabbo, atini garaa nama ch'ufa imbeeta. Nama atini fohatte, jara lamaani kana keesa nu garsiisi,
Dubbi suni ta Waaqi gara ijoolle Israeli erge, aka nagaya Yeso Kristo keesa hasaani, inni Abba nama ch'ufaati, isani imbeetani.
Yokhaani harki nama isa inyaachisu, aka waan inni wo fed'u. Wonti akanatiifi inni jireennafi hafuura nama ch'ufaa kenna.
Isani eeba Aabbo keenna Yeso Kristo imbeetani: inni dureesa, ammo maro teesaniifi ufi hiyyoomse, aka hiyyuma ufitiini isani duroomsu.