Malaki 3:8 - KITAABA WAAQA8 Waan anini isani gaafad'u, Nami AABBO Waaqa insoba? Achiini isani na sobdani ammo, Nu akami si somna? jettani. Aki isani na sobdani, waan qabdani kud'ani keesa tokofi waan d'ibi ka naa baaftanile keesa na sobdani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |