Malaki 2:2 - KITAABA WAAQA2 Isani waan tolchitani keesa na guddisu maltani. Yo waan anini isaniini jed'e d'agayu diddani, anini isani abaara. Ammalle waan isani nyaata d'ugaati ira argattani ch'ufa anini abaarsa keesa kaya. D'uguma anini qara ya abaare, waan isani dubbi tiyya womaatu indariiniifi. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Tanaafi wonti amma AABBO Waaqi jed'u tana: Isani yayu seera kiyya ch'absitani; isani nama gosa teesani balchuma kennuufi diddani. Hayye hataatu, aninileeni balchooma isanii kenna: balchoomi kunini ka woraanafi beelafi d'ukubaani isani hobaasu. Gochiti lafa keesa jirtu ch'ufti, yo waan anini isani tolchu agartu, irifati.