37 Boriyya gaara iraa buunaani gumiini guddooni Yesoti baate.
Nami toko gumi keesa iti lalabe waan jed'eeni, Aabbo si kad'ad'a kooti ilma kiyya takacha anini qabu ilaali.